Oduu
Rasaasni tokkollee gama keenyaana hin dhukaafamu- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) gama Eertiraatiin yeroo dhihootti waraanni akka eegalu dubbatamus, gama keenyaan dhukaasni ...
Itti fufaa dubbisaaLammiilee seeftineetiin hammatamanii turan miiliyoona 27 seeftineetii keessaa baasuuf hojii hojjetamaa tureen bara kana lammiilee miiliyoona 23 Seeftineetii keessaa baasuun danda’ame
Lammiilee seeftineetiin hammatamanii turan miiliyoona 27 seeftineetii keessaa baasuuf hojii hojjetamaa tureen bara kana lammiilee miiliyoona 23 ...
Itti fufaa dubbisaaXiyyaarri Pireezidaantii duraanii Itophiyaa Mangistuu Hayilamaariyaam suphamuun tajaajilaaf oole
Xiyyaarichi bakka gatamee ka’uun waggoota 37 booda tajaajila balallii eegaluu ragaan fuula Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa. Kunis ...
Itti fufaa dubbisaaItoophiyaan yaa'ii P4G Veetnaam irratti sirna nyaataa ishee ilaalchisee muuxannoo qoodde.
Yaa'iin kun mata-duree "Ashaaraa Magariisa itti fufiinsaa qabuufi uummata giddu galeessa godhate " jedhuun taa'amaa jira. Itiyoophiyaan ...
Itti fufaa dubbisaaJi’oota salgan darbanitti hojiileen dippilomaasii faayidaa biyyaaleessaa kabachiisan hedduun hojjetamaniiru
Ji’oota salgan darbanitti hojiileen dippilomaasii faayidaa biyyaaleessaa kabachiisan bu’a qabeessi hojjetamuu Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon ...
Itti fufaa dubbisaaItoophiyaan baatiiwwan 9 darban tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisteetti
Itoophiyaan baatiiwwan 9 darban damee tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan ...
Itti fufaa dubbisaa