Ergaa Pirezedaantii Paartii Badhaadhinaa
Warri danda'an nu deeggaru,
 Warri hin dandeenye nu dhiisu,
 Warreen isaaniif hin galle nu qeequ
 Warri nu hin barbaadne nu mormu
 Nuyi garuu mudhii keenya jabeessinee hidhachuun, waan jalqabne xumurree Rivaanii kutna malee abdii hin kutannu!
Pirizedaantii Paartii Badhaadhinaa Abiy Ahmed (PhD)