Oduu
‘’Paartiin Badhaadhinnaa milkaa’innoota Itiyoophiyaa kadhaa keessaa baasuu dandeessisan hedduu galmeesseera’’ -Obbo Adem Farah
Paartiin Badhaadhinnaa yeroo gabaabaa keessatti milkaa’inoota Itiyoophiyaa kadhaa keessaa baasuun gara birmadummaa guutuutti ...
Itti fufaa dubbisaaGootummaa Boqonnaa Haaraa Birmadummaa Dinagdee Keenyaatiif
Dinagdee Damdaneessa Paartiin Badhaadhinaa qabatee keessaa tokko Damee Qonnaati. Xiyyeeffannoon damee qonnaa immoo Nyaataan of danda'uu fi ...
Itti fufaa dubbisaaየብልፅግና ፓርቲ ም/ፕሬዚዳንት
የብልፅግና ፓርቲ ፕሬዚዳንት
የብልፅግና ፓርቲ ም/ፕሬዚዳንትና የዋና ጽ/ቤት ኃላፊ
Oduu
Rasaasni tokkollee gama keenyaana hin dhukaafamu- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) gama Eertiraatiin yeroo dhihootti waraanni akka eegalu dubbatamus, gama keenyaan dhukaasni tokkollee akka hin dhukaafamne mana marichaaf [...]
Lammiilee seeftineetiin hammatamanii turan miiliyoona 27 seeftineetii keessaa baasuuf hojii hojjetamaa tureen bara kana lammiilee miiliyoona 23 Seeftineetii keessaa baasuun danda’ame
Lammiilee seeftineetiin hammatamanii turan miiliyoona 27 seeftineetii keessaa baasuuf hojii hojjetamaa tureen bara kana lammiilee miiliyoona 23 Seeftineetii keessaa baasuun danda’ameera jedhan [...]
Xiyyaarri Pireezidaantii duraanii Itophiyaa Mangistuu Hayilamaariyaam suphamuun tajaajilaaf oole
Xiyyaarichi bakka gatamee ka’uun waggoota 37 booda tajaajila balallii eegaluu ragaan fuula Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa. Kunis damee hundaan hojiileen bu’aa qabeeyyiin [...]
Itoophiyaan yaa'ii P4G Veetnaam irratti sirna nyaataa ishee ilaalchisee muuxannoo qoodde.
Yaa'iin kun mata-duree "Ashaaraa Magariisa itti fufiinsaa qabuufi uummata giddu galeessa godhate " jedhuun taa'amaa jira. Itiyoophiyaan Ashaaraa Magariisaatiin hojii guddaa hojjechaa [...]
Ji’oota salgan darbanitti hojiileen dippilomaasii faayidaa biyyaaleessaa kabachiisan hedduun hojjetamaniiru
Ji’oota salgan darbanitti hojiileen dippilomaasii faayidaa biyyaaleessaa kabachiisan bu’a qabeessi hojjetamuu Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiwoos (PhD) ibsan. Qorannoon raawwii [...]
Itoophiyaan baatiiwwan 9 darban tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisteetti
Itoophiyaan baatiiwwan 9 darban damee tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan ibsan. Guyyaa kaleessaa bakka Ministirri Muummee [...]
Artiikiloota
Ida’amuu bu’uura tokkummaa fi obbolummaa!
Rakkoolee keenya bu’uuraan furuudhaan mul’ata badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf tokkummaa fi obbolummaa dagaagsuun murteessaadha. Biyya keenyatti duudhaa obbolummaa fi tokkummaa gabbisuuf [...]
Duudhaalee Addaa Paartii Badhaadhinaa!
👉 Tokkummaa sab-daneessummaa. Badhaadhinni Paartii hawaasa Siyaasa-diinagdee tokkoo ijaaruuf hojjatudha. Sab-daneessummaa yemmuu jennu aadaa, amantaa, afaan ykn eenyummaawwan gara [...]
Paartiin Badhaadhinaa paartii dhaloota har'aa fi egeree ti.
Paartiin Badhaadhinaa biyya bittinnaa'uu irraa kan hambise, yeroo gabaabaa keessatti roga hundaan jijjiiraama seenaa kan galmeessee, fi paartii dhalootaa galma kaawwate bira gahuuf daandii [...]