Ergaawwan Gabaaboo
Itoophiyaan boba'a gabaaf dhiyeessuufi
"Itoophiyaan yeroo jalqabaatiif miseensonni Mana Marii Bakka Bu'oota Uummataa boqonnaadhaaf bahanii wayita deebi'an omisha boba'aa gabaadhaaf ni dhiheessiti" Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)
“Paartiin Badhaadhinaa saboota, sabalammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa garaa gartummaa tokko malee wal qixa hirmaachisuun Paartii Itiyoophiyaatti sabdaneessummaa cimsaa jiruudha” – Obbo Adam Faaraah Pirezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa
“Paartiin Badhaadhinaa saboota, sabalammootaafi Ummattoota Itiyoophiyaa garaa gartummaa tokko malee wal qixa hirmaachisuun Paartii Itiyoophiyaatti sabdaneessummaa cimsaa jiruudha” – Obbo Adam [...]
''Bu'aa hanga ammaatti galmeessinetti quufuu dhiisnee, guddinaafi badhaadhina biyya keenyaaf halkaniifi guyyaa hojjechuu itti fufuu qabna.'' Ministira Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunah
''Bu'aa hanga ammaatti galmeessinetti quufuu dhiisnee, guddinaafi badhaadhina biyya keenyaaf halkaniifi guyyaa hojjechuu itti fufuu qabna.'' Ministira Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunah
Daandiin Keenya Ida'amuu, Galmi Keenya Badhaadhina!
Daandiin Keenya Ida'amuu, Galmi Keenya Badhaadhina! “Akeekni Ida’amuu inni ol-aanaan biyyi keenya waggoota darban keessa injifannoowwan gama dinagdee fi siyaasatiin galmeessiste eegsisaa, [...]