Afa Yaa’iin mana maree naannichaa Adde Warqisawu Maammoo ibsa kennaniin gaabaasa raawwii walii galaa bara bajata 2012 fi Covid-19 ittisuuf hojii hojjetamaa jiru ajandaa yaa’ichaa ta’uu himaniiru.
Bajata dabalataa bara 2012 fi bajata bara 2013 raggaasuu ajandaawwan dhiyaatan keessaayi.
Mannni marichaa muudama garaa garaas akka raggaasu ni eegama.FBC irraa odeeffanne.