Ministirri Muummee Dr. Abbiyyi Ahimad Naannoo Affaar,Aanaa Duubitiitti lafa bal’ina heektaara 700 irratti kuusaa nyaata horii qophaa’e daawwataniiru.
Hojiileen Duubitiifi aanalee Naannoo Affaar birootti qonna Gammoojjii guddisuuf hojjataman bu’aa argamsiisaa jirus…
Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii idilee marsaa 5ffaa waggaa 5ffaa yaa’ii idilee 15ffaa Wixata dhufu ni taa’a.
Afa Yaa’iin mana maree naannichaa Adde Warqisawu Maammoo ibsa kennaniin gaabaasa raawwii walii galaa bara bajata…