Most Visited News

Oduu

‘’Paartiin Badhaadhinnaa milkaa’innoota Itiyoophiyaa kadhaa keessaa baasuu dandeessisan hedduu galmeesseera’’ -Obbo Adem Farah

‘’Paartiin Badhaadhinnaa milkaa’innoota Itiyoophiyaa kadhaa keessaa baasuu dandeessisan hedduu galmeesseera’’ -Obbo Adem Farah

   Paartiin Badhaadhinnaa yeroo gabaabaa keessatti milkaa’inoota Itiyoophiyaa kadhaa keessaa baasuun gara birmadummaa guutuutti ...

Itti fufaa dubbisaa
Apr 14, 2025 597 views
Itoophiyaan baatiiwwan 9 darban tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisteetti

Itoophiyaan baatiiwwan 9 darban tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisteetti

Itoophiyaan baatiiwwan 9 darban damee tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan ...

Itti fufaa dubbisaa
Apr 14, 2025 549 views
የብልፅግና ፓርቲ ፕሬዚዳንት
ክቡር አቶ ተመስገን ጥሩነህ
የብልፅግና ፓርቲ ም/ፕሬዚዳንት
የብልፅግና ፓርቲ ፕሬዚዳንት
Ethiopian Map
ኢትዮጵያ
ክቡር ዶ/ር ዐብይ አህመድ
የብልፅግና ፓርቲ ፕሬዚዳንት

Oduu

አዲስ
Milkaa’inoonni dameewwan diinagdee guguddoon galmaa’an lammiileef carraa hojii uumuuf gumaacha olaanaa taasisaniiru
Milkaa’inoonni dameewwan diinagdee guguddoon galmaa’an lammiileef carraa hojii uumuuf gumaacha olaanaa taasisaniiru

 Milkaa’inoonni dameewwan diinagdee guguddoon galmaa’an lammiileef carraa hojii uumuuf gumaacha olaanaa taasisuu Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamiil ibsan. [...]

Itti fufaa dubbisaa April 14, 2025
‘’Paartiin Badhaadhinnaa milkaa’innoota Itiyoophiyaa kadhaa keessaa baasuu dandeessisan hedduu galmeesseera’’ -Obbo Adem Farah
‘’Paartiin Badhaadhinnaa milkaa’innoota Itiyoophiyaa kadhaa keessaa baasuu dandeessisan hedduu galmeesseera’’ -Obbo Adem Farah

   Paartiin Badhaadhinnaa yeroo gabaabaa keessatti milkaa’inoota Itiyoophiyaa kadhaa keessaa baasuun gara birmadummaa guutuutti ceesisuu dandeessisan hedduu galmeessuu Sadarkaa [...]

Itti fufaa dubbisaa April 14, 2025
Har'a raawwii karoora hojii ji'oota sagalii bara 2017 dameewwan garaagaraatiin hojjetaman
Har'a raawwii karoora hojii ji'oota sagalii bara 2017 dameewwan garaagaraatiin hojjetaman

Har'a raawwii karoora hojii ji'oota sagalii bara 2017 dameewwan garaagaraatiin hojjetaman gamaaggamuu eegalleerra. Gamaaggama keenyaan mareewwan hojiiwwan keenya ji'oota sadan dhufanii cimsuuf [...]

Itti fufaa dubbisaa April 12, 2025
Gootummaa Boqonnaa Haaraa Birmadummaa Dinagdee Keenyaatiif 
Gootummaa Boqonnaa Haaraa Birmadummaa Dinagdee Keenyaatiif 

‎Dinagdee Damdaneessa Paartiin Badhaadhinaa qabatee keessaa tokko Damee Qonnaati. Xiyyeeffannoon damee qonnaa immoo Nyaataan of danda'uu fi Al-ergii  guddisuudha.  ‎ ‎Tarsiimoo [...]

Itti fufaa dubbisaa April 14, 2025
— 6 Items per Page
Showing 7 - 10 of 10 results.

Artiikiloota

አዲስ
Ida’amuu  bu’uura tokkummaa fi obbolummaa!
Ida’amuu  bu’uura tokkummaa fi obbolummaa!

  Rakkoolee keenya bu’uuraan furuudhaan mul’ata badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf tokkummaa fi obbolummaa dagaagsuun murteessaadha. Biyya keenyatti duudhaa obbolummaa fi tokkummaa gabbisuuf [...]

Itti fufaa dubbisaa April 14, 2025
Duudhaalee Addaa Paartii Badhaadhinaa!
Duudhaalee Addaa Paartii Badhaadhinaa!

  👉 Tokkummaa sab-daneessummaa. Badhaadhinni Paartii hawaasa Siyaasa-diinagdee tokkoo ijaaruuf hojjatudha. Sab-daneessummaa yemmuu jennu aadaa, amantaa, afaan ykn eenyummaawwan gara [...]

Itti fufaa dubbisaa April 14, 2025
Paartiin Badhaadhinaa paartii dhaloota har'aa fi egeree ti.
Paartiin Badhaadhinaa paartii dhaloota har'aa fi egeree ti.

Paartiin Badhaadhinaa biyya bittinnaa'uu irraa kan hambise, yeroo gabaabaa keessatti roga hundaan jijjiiraama seenaa kan galmeessee, fi paartii dhalootaa galma kaawwate bira gahuuf daandii [...]

Itti fufaa dubbisaa April 14, 2025

Midiyaalee Hawaasummaa Wal Qabsiisuu

Prosperity Party